Job 36:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti waan inni tolchu ya arge, ammo nami tokoleeni ka waan suni ch'ufa hubatu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni maruu hujii isaa arganiiran. worri fago'oollee arganiiraniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami duudiin hujii isaa dhaggeera; nami martinuu fagoo irraa daaw'ata.