Job 36:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqati bisaani lafaa fuud'e bokaya tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi bisaan galaana irraa ol harkisa; samii irraallee rooba roobsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Bisaan lafa irraa ol fuudhee gara copha bokkeyaa ka deebisu Waaqa.