Job 36:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guddo wo beekha; anini beekhuma kiyyaani aka Waaqi na uume, Waaqa d'ugaa si garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beekkumsa Rabbiin irraa argadheen; Rabbi uumaan kiyya akka dhugaa ta'e ibsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani beekkumsa kiyya fagoo irraa hin fida; Waaqi na dade balchaa akka te'e ani hin mudhisa.