Job 36:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni angaasu gubba ch'ufati angae, ammo d'immuuni bisaani dukana keesati hafti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni naannoo ufiititti ifa hangaasu'uu diriirsa; gad fageenna galaanaallee hin golga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, Waaqi adaala ifiititti balaqqeettii attam akka bittinneessu hundee abbaaya'aalle dukkanaan akka gollu ilaali.