Job 36:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki inni nama gololche, sagaleeni nama quubsu akana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Rabbi banii maraa bulcha; nyaatallee guddisee isaanii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka kanaan gosa biyya adda addaa bulcha; sagalee bacaalle isaaniif kenna.