Job 36:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra ch'ubbu lubbu imbaasu, ammo hiyyeesa waan maleefi kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hammeeyyii akka jiraatan hin godhu; worra rakkatanii garuu haqaan murteessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra hamaa jiru'uun hin leesisu; worra cunqurfameef ammoo haqa isaanii hin kenna.