Job 36:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama d'uga qabu qorqorate, fulla hayyooti teetu teesise, haga jiru jireenna ulfinna kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ija ufii qajeellota irraa hin fageessu, akka moototaatitti teessoo irra isaan kaaya; bara haga bara baraa isaan kabajja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ila ifii balchoota irraa hin kaasu; mootota woliin barcumaa mootumma'aa irra isaan hin teessisa; haga bara baraalle ol ol isaan hin qaba.