Job 37:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hafuuri Waaqa bisaani qabaneese d'akha tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri Rabbii baradaa argamsiisa; bisaan badhaan wolitti qabamee baradaa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hafuurri Waaqaa dhakaa bokkeyaa fida; bisaan badhaalle ititee dhakaa bokkeyaa te'a.