Job 37:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Angaasuuni dumansa keesa angaati,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duumessi akka bisaan baatu godha; isa keessa bakakkaa gad dhiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni duumensi akka bisaan ba'atu hin godha; balaqqeettii ifiille duumensa keessaa balaqqisiisa.