Job 37:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ato dumansi fed'i Waaqa gula gubba deemu. Dumansi suni fed'i Waaqa gula fulla ch'ufa yaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duumessi waan inni ajaje raawwachu'uuf, isaan akka ajaja isaatitti asii fi achi naannayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Duumensi waan inni ajaje muummessiisaaf, qajeelcha isaatiin lafa duudii irra asii fi achi mara.