Job 37:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayubu me miila d'abad'i, waan mama ka Waaqi tolchu heregi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Iyyoob! waan kana dhagayi; dhaabadhuu maalalee Rabbii yaadi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Iyoob, tana dhage'i; me lakkisiitii hujii Waaqaa ta maade'ee yaadaan hubadhu.