Job 37:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini aka dumansi gubba deeme, qalbi Waaqaa guddo garsiisu beeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkamitti akka duumessi wol qixxaayee deemu; hujii maalale'ee ka Waaqa beekkumsaan guutuu ta'ee beettaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Duumensa gubba'atti ka rarraasuu fi hujii maade'ee tana ta Waaqa beekkumsa dhidhuu hin qannee hin beettaa?