Job 37:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nu Waaqaani jechu male nu barsiisi: nu dukanuma keesa jira waan jennu imbeennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sammuun keenna waan dukkana ta'eef hajaa keenna ibsachuu hin dandeennu; waan isaan jennu nutti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waan Waaqaan jennu nutti himi; nuuti womaa waan hin beenneef haajaa keenna dhikeeffatiisa hin dandeennu.