Job 37:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ch'ufti qonqo Waaqa ch'aqasa, mandisu afaani isaa keesa baatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa afaan isaatii bayu dhagayaa'a; dubbii isaa ka akka gigissa'aa gungumu caqasaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoo isaa ta akka mandiisu'uu, gungunsuu afaan isaa keessaa baatulle caqasa'a.