Job 37:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi aki nami ch'ufti isa sodaatu mama inqabdu, wonti akanatiifi inni nama qaro ufi sehu woma ira inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf worra yaada ufiitiin nu'u ogeeyyi'i jedhan waan tuffatuuf, namni maruu isa sodaata.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf nami marti isa sodaata; inni worra ifiin qaroo jedhu hin tuffata» jedhe.