Job 37:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni angaasu muumme lafa tana fuud'e, taaniti d'aabe, gubbaati angaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bakakkaa Sami'ii gaditti hulee maratti facaasa; haga daangaa lafaa maraa hin erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gubba'aan jala duudi'itti balaqqeettii ifii haga qaccee lafaatitti gad lakkisa.