Job 38:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini taka biiftuuni, lafa qabi, ch'ubbicha fulla inni iti d'okhate gabaasi ya jette?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bariisaan ardii irratti akka ifa argisiisu; namoota hammeeyyii lafa itti dhokatanii raasee akka facaasu; ajaja kennitee beettaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bari'iisi lafaa haga qaccee lafaa dhaqqabee, worri hamaan akka isii irraa hargufamanu gooteertaa?