Job 38:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani gaarafi baleele akuma dachaa woya mullisa, akuma beesisa d'oqe faara irati mullatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ifti ganamaa tullootaa fi dhooqota; akka uffata dachaafameetitti dhaabatanii akka mudhatan godha; akka chaappaa faara irra jiruutitti ifa godhee mudhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifi bari'ii koobotii fi dhooqoti akka woyaa dachaafantee dhaabbatanee akka mudhatanu godha; akka chaappaa faara jiidhaa irratti dhowamee guddisee mudhisa.