Job 38:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ifsaani guyyaa ch'ubbicha adaate waan d'iba hamtu ka inni sila tolchu d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeeyyii ifni jalaa fudhatameera; irreen isaanii ka ol jedhellee cabeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra hamaa ifi isaan duraa fudhatameera; harki isaan hantuu hujiisaaf ol fudhatanelle cabeera.