Job 38:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini haga lafti geetu diqole hubata? Yo waan kana ch'ufa beete, nati himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ardiin tun hagam badhoo akka taate hubatteertaa? yoo maraa beettee jiraatte natti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhinna biyya lafaa hubatteertaa? Tana mara yoo beettu teete me natti himi.