Job 38:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini guyya gaargala, ka woraanafi had'iisatifi, waan suni olkaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baradaan kun ka hennaa ani lolaa, woraanaa fi ka hennaa rakko'oo itti fayyadamu'uuf kaayadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhakaan bokkeyaa kun, ka ani yennaa rakko'ootiif, guyyaa woraanaatii fi guyyaa lolaatiifiille maffadhe.