Job 38:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma aka d'iira kai, oli eji, wo si gaafachu fed'a, waan anini si gaafad'u naa deebisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa akka dhiiraa mudhii kee hidhadhu, mee si gaafadhaa atillee naa deebisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka dhiiraa hidha keeti hidhadhu; ani si gaafadha; atille naaf deebis.