Job 38:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bisaani ch'ufti jabaatani d'akhaa taani, baariinileeni qabanae ligidae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qorri bisaan akka dhaga'aatitti jabeessa; hundee galaanaallee akka barada'aatitti iticha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qorri sun bisaan akka dhaka'aa jabeessee, dirri abbaaya'aa akka dhakaa bokkeyaa ite'a.