Job 38:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini duri yayaba lafa jaare atini arti jirta? Yo atini guddo wo beete, me naati himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani ardii uumu ati eessa turte? waan qaabattuu fi waan beettu yoo ta'e dubbadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa ani hundee lafaa dhaabe ati eessa jirtaayyu? Hubantii yoo qabaatte natti himi.