Job 38:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti haranqeesa beelaa lafa maru, ka ilmaani isa sagale nati bootu, nyachisa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennaa ilmooleen isi'ii Rabbitti iyyatan; yoo waan nyaatan dhabanii raatayan; harraagessaa ka nyaata kennu eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ilmeen harraaqessaa waan nyaattu dhaddee daaxxu, gara Waaqaalle yennaa boottu ka sagalee isi'iif kennu eennu?