Job 38:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti haga isiini gahu malte herege? Eenuti ballinna isi haadani biime? Atini waan kana ch'ufa imbeeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga ardiin geettu ka bikke eennu? ka isii irratti haada bikkaniin diriirse, eennuun akka ta'e hin beettaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga lafaa ka murteesse eennu? Isii irralle'etti sarara miki'ii ka diriirse eennu akka te'e hin beettaa?