Job 38:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti balbala fullo, ta bisaani baariini d'owartu, ch'ufe, gaafa bisaani suni garaa lafa keesaa buani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa galaanni lafa keessaa dhooyee burqe; ka balbala itti cufe eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa abbaayaan lafa keessaa dhoote, balbala madda isi'ii ka cufe eennu ree?