Job 39:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja magalata d'aani ch'ufa inni inimimsa; ato fago jiru inni had'iisa suufe, lalaba abbaani duula lalabu d'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa laagaan xurumba'aa dhagayamu hashu jedhan. fagoo dhaabatanii duula iyya bulchootaatii fi raafama loltootaa hafuura fuudhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni yennaa tultullaan afuufamu hin fooqqisa; dhaadata abbootii duulaa, hoga'aa fi lola fago'ottuu foolee fuudha.