Job 39:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni fiit'e gaara irati mana jaarate achi tae, rarra d'akha worra tolfata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bajja qilee irra jiraata; achuma bula; kusheen isaallee qaccee dhaga'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin rassaa ol ka'e irra le'aa achitti mana ijaarratti; rassaan sun kushee isi'ii ti.