Job 39:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harreeni suni iyyana dira iraa fagaate, nami tokoleeni ka dandae worra lenjise hojachiifatu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoota jeequmsi itti baay'ate irraa fagaatanii jiraatan; woca ka isaan oofullee hin dhagayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan qachaa hoga'aa irraa fagaatanee le'an; nami isaan leenjisee hujisiisulle hin jiru.