Job 39:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaareeni fulla isiini tikhattu, ta worri waan dotaatu ka nyaatu iraa barbaadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaara irratti bobba'an; marga lalisaa nyaata isaanii ta'u maraa argachu'uuf barbaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dheedaaf gaarotatti bobba'an; waan magariisa mara barbaadatan.