Job 4:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan achi eja arge, millad'e hubachu dad'abe lafti ch'aqali jette, jennaani qonqo d'agaye. Qonqooni sunini waan jette:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammumaa dhaabata'aara, bifa isaa garuu adda baasuu dadhabe; wonti woyii ija kiyya afoo ture; hulee laagaan hin dhagayamnee laagaa akkana jedhu dhagaye,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achitti wonni takka dhaabbattuun dhagge; ammoo maan akka teete beekuu hin dandeenne. Achiin duuba cadheessa keessa, qoonqoo takka: