Job 4:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mala keeti, waan inni nama d'oqe iraa mid'aasani ka dandaani aka billaacha ch'arasani d'ugeefatu seeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa worri mana dhoqqe'ee keessa jiraatan; worri hundeen isaanii biyyee irra ta'e, worri uduu xiinxanaan hin nyaanne shaman maal haa ta'an?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worra mana biyyee faaraa irraa hujamee, ta hundeen isaa biyyee keessa jirtu ka adoo qu'een hin nyaatin caccabu keessa le'anutti attam addata ree?