Job 4:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namuma diirama lubbu qabuti, ka nami quba inqamne, saafa ch'icha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jidduu ganamaa fi galgalaatitti hin bututan; Uduu eennullee hin qaabanne baraa haga bara baraa badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ganamaa haga galgalaatitti hin badan; adoo nami itti hin yaadatin haga bara baraa hin badan.