Job 4:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni qabu ch'ufa isa iraa fuud'ani, ato inni qalbi inarganne ch'icha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka daasee haanni isaa buqqa'eetitti, ogummaa malee du'an.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka dongoraa dunkaani'ii ka buqa'uu, qarooma malee hin du'an› jettu dhage'e.