Job 40:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo akasi taate, guddinnaafi ulfinna kanke sunini olkai; guddinnaafi ulfinna kanke suni uyifad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ulfinnaa fi guddinna uffadhu; arnyaa fi gaachena uffadhu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Arnyaa fi guddinnaan ifi kuuladhu; ulfinnaa fi fudhatama dhaggatiisa uffadhu.