Job 40:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyye keesati worra ch'ufa awaali; hid'i, fulla ekhera geesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffataan kafanii bakka tokkotti biyyee keessatti awwaali.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fuula isaan mariitii biyya lafaa ta jalaatitti mara isaaniituu wolumatti awwaali.