Job 40:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini akasi taate, nami qaraa ka si faarse, atini ya qofuma wodabsate sini jed'u, anuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san harki kee ka mirgaa akka si oolchu; anillee ragaa sii baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba akka ati hunnuma teetiin injifattu, anille dhugaa si'iif hin baya.