Job 40:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafeeni isaa akuma sibiila diima jabaati, miili isaa akuma ule sibiila jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafeen isaa akka sibiila diima'aati; qaamni isaa akka ulee sibiilaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafeen isi'ii akka uujjummee sageettu'uu ti; harkii fi miilli isi'ii akka ulee sibiilaa ti.