Job 40:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini Waaqaani morkiti, amma illakifta mo? Waan d'ibi jettu qabda?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Iyyoob! Dhugamaan namni mormu Waaqa waa maraa danda'uun wol mormaa? namni Rabbiin wol mormu inni deebii isaa haa deebisuu.» Iyyoob
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami ana Waaqa waan mara dande'u morkee hin sirreessaa ree? Ka Waaqa moromu deebii kennuu ti» jedhe.