Job 41:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me, waan miila goorjama siti hime, aka inni jaba hama si barsiisa, ch'aqasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan nafa isaa; waan hunna isaa jaba'aatii fi waan nafa isaa misha'aa ani hin cadhisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani marroo harkaa fi miila, yookiin jabeenna, yookiin miidhaginna dhaaba nafa bineensa naacha fakkaatu, ka ‹Lewaataan› jedhamuu dubbadhu malee hin cadhisu.