Job 41:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti dandae goga isaa jaba suni iraa baasa? Yokhaani eenuti dandae goga isa yabbicha suni woraana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gogaa isaa eentu irraa mulqa? boqoo isaa lamaan keessa eentu seena?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gogaa nafa isaa ka dachaa te'e, eentu isa irraa quncisuu dande'a? Eentu bixaalaan isatti dhikaatuu dande'a?