Job 41:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dudda isa waan aka wonte hedduuni mid'aasani, ta hod'ani aka d'akhaa jabaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gogaan duddaa akka wontee tartiibaan kaayameeti; waan guddisanii wolitti dhiyaataniiraniif akka sibiilaa jabaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dudda jabaa akka wontee tarree galtee wolitti maxxanfantee qaba.