Job 41:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja inni hat'ifatu, ifsaani iraa biliqe, ilti isaa akuma adu diirama baatu ifsiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa inni haxxifatu, waan akka ifaatitu falaqqisa; Ijji isaa akka aduu ganamaa ifi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni haxxifatu ifi hin balaqqisa; ilti isaa akka boruu dayya'uu ti.