Job 41:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Afaani isaa keesaa ibidi bobae, qaanqeeni isa keesa oriti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan isaa keessaa arraba ibiddaatitu baya; qaanqee ibiddaatitu isa keessaa faca'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan isaa keessaa bobe'a ibiddaatitti baya; qaanqeen ibiddaalle afaan isaa keessaa xoxxi.