Job 41:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Funani isaa aari keesaa bahe, akuma aara buuyo jiitu okote jalaafi gubbaani keesaa bahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka distii danfeetii fi akka hunxuxii gubatuu funyaan isaa keessaa aarri baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma aarri okkotee ibidda o'aa irra jirtu keessaa aaru, aarri funnaan isaa keessaa baya.