Job 41:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lumeeni isa guddo jabdu, nami isaa argu ch'ufti imudama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mormi isaa hunna guutuu qaba; fuulli isaa guddisee nama sodaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jabeenni lumma isaa keessa jira; ka isaan wolde'u marti hin bararaqa.