Job 41:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaani isaa d'akhaa, woma insodaatu; akuma d'akhaa daakhu jabaata, ka diqole illaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Onneen isaa akka dhaga'aa jabaata; jabeenni isaa akka dhagaa daaku'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan isaa akka dhaka'aa jaba'a; akka daaku'uulle jaba'a.