Job 41:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'iyiti isa baqachiftu injirtu; d'akhaani isani had'ani filiida buuyo iti fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Buundhe'een ari'uun hin danda'amu; dhagaan furaanfurrisaallee isaa akka bura'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daayi isa hin ari'u; dhakaan looyya'aa isaaf akka hicaace'ee ti.