Job 41:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gogaani garaa jala okote faara ta ch'ach'abt'e fakaata, gogaani suni d'oqe fafalaansa aka mukha mid'aanini d'aanani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa dhoqqee keessa deemu gogaan isaa qarama'aa fi jabaan sun akka maarasha'aatitti lafa baqassa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gogaan gadhaa isaa jalaa akka bassoo qara qadduu, yennaa inni mirmiqu dhoqqee irratti beessisa godha.